ARBA'IINA :َلﺎَﮫُﻗْﻧﻋ ﻰﻟﺎﻌﺗ ... copy.pdfARBA'IINA...
Transcript of ARBA'IINA :َلﺎَﮫُﻗْﻧﻋ ﻰﻟﺎﻌﺗ ... copy.pdfARBA'IINA...
ARBA'IINA
:لاقھنعىلاعتاللهيضرباطخلانبرمعصفحيـبأنینمؤملاریمأنعنمف،ىونامئرمالكلامنإو،تاینلابلامعلأاامنإ(:لوقیاللهلوسرتعمسایندلھترجھتناكنمو،ھلوسرواللهىلإھترجھفھلوسرواللهىلإھترجھتناكوبأنیثدحمـلاامامإهاور)ھیلإرجاھامىلإھترجھف،اھحكنیةأرماوأ،اھبیصیوبأو،يراخبلاھبزدربنبةریغمـلانبمیھاربإنبلیعامسإنبدمحـماللهدبعنیذللاامھیحیحصيف،يروباسینلايریشقلاملسمنبجاجحلانبملسمنیسحـلاةفنصمـلابتكلاحصأامھ
Ajajaa Islaama Unar binu khatab ھنعءاىضر nuuf
odeesse Rasuula Rabbi kan ju'uun dhagayee ja'e: (
hujiin hundinu ni yachuudhaani, namni hundinu
waanuma niyate argata, namni baqachiinsi isaa kara
Rabbii fi Rasuul tahe, Rabbii fi Rasuula argata, namni
adunyaa barbaada baqatees adunyuma san argata,
yookaa hoo yoo dhala barbaada bahees nifuusisa,
baqachiinsi yokaa godaansi isaa karuma waan
godaaneef saniiti) Bukhari fi Muslimtu odeesse
kitaabotan sahiha isaani kessatti,
Hadiisa 2ffa
اللهلوسردنعسولجنحنامنیب:لاقاضیأھنعىلاعتاللهيضررمعنعداوسدیدشبایثلاضایبدیدشلجرانیلععلطذإمویتاذملسوھیلعاللهىلصىلصيـبنلاىلإسلجىتحدحأانمھفرعیلاورفسلارثأھیلعىریلارعشلا
دمحمای:لاقوھیذخفىلعھیفكعضووھیتبكرىلإھیتبكردنسأفملسوھیلعاللهنأدھشتنأملاسلإا(:ملسوھیلعاللهىلصاللهلوسرلاقف،ملاسلإانعينربخأموصتو،ةاكزلايتؤتو،ةلاصلامیقتو،اللهلوسرادمحمنأواللهلاإھلإلاھلأسیھلانبجعف.تقدص:لاق،)لایبسھیلإتعطتسانإتیبلاجحتو،ناضمرھبتكو،ھتكئلامو،ابنمؤتنأ(:لاق،نامیلإانعينربخأف:لاق،ھقدصیوينربخأف:لاق،تقدص:لاق،)هرشوهریخردقلابنمؤتو،رخلآامویلاو،ھلسرو:لاق،)كاریھنإفهارتنكتملنإف،هارتكنأكاللهدبعتنأ(:لاق،ناسحلإانعينربخأف:لاق،)لئاسلانمملعأباھنعلوئسملاام(:لاق،ةعاسلانعينربخأفءاشلاءاعرةلاعلاةارعلاةافحلاىرتنأو،اھتبرةملأادلتنأ(:لاق،اھتارامأنع)؟لئاسلانميردتأرمعای(:لاقمثایلمثبلفقلطنامث،)ناینبلايفنولواطتیملسمهاور.)مكنیدمكملعیمكاتألیربجھنإف(:لاق،ملعأھلوسروالله:تلق
Umarھنعءاىضرnuufi Rasuulli ملسوھیلعاللهىلصosoo
ta'utti jirruu guyaa tokko namtichi tokko nutti dhufe
tasuma kan hucuun Isaa haalaan adii kan rifeensi Isaa
haalaan guraacha kan dadhabbiin amna Irraa
hinmulanne kan nurraa namtokilleen hinbeyine, dhufeeti
jilba isaa jilba rasuulatti maxanse taa'e, harka Isaa
rasuulatti maxanse kaye. San booda gaafi eegale yaa
Muhammad mee islaamumaarra naaf odeessi ja'ee
gaafate? Rasuulli Rabbi ملسوھیلعاللهىلصnija’e ( Rabbiin
tokko haqaan gabarama kantahe isa malee Rabbiin bira
akka hinjirre ragaa bahuu dhugoomsu, Muhammad
ergama isa tahu dhugoomsu , salaata salaatu, baatii
ramada soomanu, zakaa baafachu, yoodandayan hajjii
godhu,) dhugaa dubatte je’een. Ni’ajaa’ibne ni gaafata
nidhugoomsa. Amallee Iimaanarra mee naaf odeessi
ja’een? Rasuulli nija’een ( Rabbiti amanu, maleyikati
amanu, kitaaba isatti amanu, ergamtoota isaati amanu,
guyyaa akhiraati amanu, Toltuu fi hamtuuniis rabbuma
biraahi jatte iti amanu) ni ajaa’ibne ja’an nigaafata
nidhugoomsa. Amallee mee Ihsaanarra yookaan
tolchanii Rabbi gabaruurraa mee naaf odeessi ja’e?
Rasuulli nija’e ( akka Rabbi argituti rabbi gabbaru yoo ati
rabbi hingarre inni si arga) amallee mee yeroo
qiyaamaaraa naaf odeessi? Rasuulli nija’e (
gaafatamaan kan beeku hintaane kan gaafaturra) mee
naaf odeessi milikeeta isiirraa yookaan malattoo
isiirraa? Rasuulli nija’e ( gabrittiin goftaa ifitti dhaluudha)
yookaan ilmoon haadha gabriomfachuudha. Warra miila
qullaa deemu arguudha, warra qullaa deemu arguudha,
miskiina arguudha, amalle tiikfattee fooqiidhaan
waldorgomtu arguudha, duuba ergasi namtichi nikute.
Deema barbaada ja’een Rasuulli? Demani dhaban
ergasi rasulli yaa umar nama gaafatu kana ni beeyita
ja’e ? Lakki Rabbii fi Rasuulatu beeka janeen. Ergasi
Rasuulli nija’e bar inni Jibriili diina keessan isin
barsiisuuf dhufee nuun ja’e
. :لاقامھنعاللهيضرباطخلانبرمعنباللهدبعنمحرلادبعيبأنعلانأةداھش:سمخىلعملاسلإاينب(:لوقیملسوھیلعاللهىلصيبنلاتعمس،تیبلاجحو،ةاكزلاءاتیإو،ةلاصلاماقإو،اللهلوسرادمحمنأواللهلاإھلإملسمويراخبلاهاور.)ناضمرموصو
Hadiisa 3ffaa
Abii Abdurahman Abdulahi ibnu Umar binukhxab ىضر
امھنعالله Rasuula ملسوھیلعاللهىلص kan ju'uun dhagayee
ja'e( amantiin Islama waa shaniratti dhaabatte, Rabbi
malee Rabbin biraa haqaan gabaraman hinjiru jattee
ragaa bahu, Rasuulli ergama Rabbii tahu dhugoomsu,
salaata dhaabuu ( salaata salaatu, Zakaa kenachu, Hajii
godhuu, baati ramadaana soomanu) Bukhari fi muslimtu
odeesse.
ھیلعاللهىلصاللهلوسرانثدح:لاقھنعاللهيضردوعسمنباللهدبعنعاموینیعبرأھمأنطبيفھقلخعمجیمكدحأنإ(:قودصملاقداصلاوھوملسوكلملاھیلإلسریمث،كلذلثمةغضمنوكیمث،كلذلثمةقلعنوكیمث،ةفطنوأيقشوھلمعوھلجأوھقزربتكب:تاملكعبرأبرمؤیو،حورلاھیفخفنیفنوكیامىتحةنجلالھألمعبلمعیلمكدحأنإهریغھلإلايذلااللهوف.دیعسنإو،اھلخدیفرانلالھألمعبلمعیفباتكلاھیلعقبسیفعارذلاإاھنیبوھنیبھیلعقبسیفعارذلاإاھنیبوھنیبنوكیامىتحرانلالھألمعبلمعیلمكدحأملسمويراخبلاهاور.)اھلخدیفةنجلالھألمعبلمعیفباتكلا
Hadiisa 4ffaa
Ibnu Mas'ud ھنعاللهىضر nuuf odeesse : Rasuulli Rabbi
ملسوھیلعاللهىلص nuuf odeesse haala dhugoomsa taheen
haalaan ( tokoon keessan uumaan isaa garaa haadha
isa keessati waliti qabama, guyaa afurtamitti dhiiga fi
mala walitti laaqii taha, amaas guyaa afurtamiti dhiiga
jajabaa taha, amaas guyaa afurtaman bira shiilchoo
taha, ergasi malaayikaan iti ergamte ruuhii itti afuufti,
sanbooda jechoota afuriti ajaja maleyikaa san( 1), riziqii
isaa (2), ajala isa yookaa guyaa du'a Isaa (3)dalagaa
Isaa (4) milkaawa yookaan hongawa tahu isa waa
afuran kana maleeyikaan bareesiti. Rabbii isamalee
Rabbiin biraa hinjiretti kakadhe tokkoon keessan
dalagaa warra jannata daleyidaniiti hamma isniifi
jannata jiduu dhundhuma takka hafutti ergasi isa
moohata kitaabni duraan barreefame San dalagaa
warra ibiddaa dalagee ibiddaa seena. Amaasiis tokkoon
keessan dalaga warra ibiddaa dalaga hamma isaa fi
ididda jiduu dhundhumni tokko hafutti ergasi kitaabni isa
hinjifate dalagaa warra jannataa dalagee jannata
seena.bukhaari fi muslimtu odeesse.
:اللهلوسرلاق:تلاق-اھنعاللهيضر-ةشئاعاللهدبعمأنینمؤملامأنعيفو،ملسمويراخبلاهاور)دروھفھنمسیلاماذھانرمأيفثدحأنم(.)دروھفانرمأھیلعسیللامعلمعنم(ملسمـلةیاور
HADIISA 5ffaa
Haadha mu'umintoota Aisha اھنعاللهيضر rassuuli rabbii
nija'ee jette :( namni oduu nuti hin odeessu isumarati
deebiti )jechuun namni waan rassuuli hinja'in rasuulatu
ja'e ja'u isumarrati deebiti. Bukhaari fi Muslimitu
odeesse. Hadisa muslim kessati ( namni hujii nuti hin
ajajin hojate isumarati deebiti)
ىلصاللهلوسرتعمس:لاقامھنعاللهيضرریشبنبنامعنلااللهدبعيبأنعلاتاھبتشمرومأامھنیبونیبمارحلانإونیبللاحلانإ(:لوقیملسوھیلعاللهعقونمو،ھضرعوھنیدلأربتسادقفتاھبشلاىقتانمف،سانلانمریثكنھملعیلاأ.ھیفعقینأكشویىمحلالوحىعریيعارلاكمارحلايفعقوتاھبشلايفاذإةغضمدسجلايفنإولاأ،ھمراحماللهىمحنإولاأ.ىمحكلملكلنإوهاور.)بلقلايھولاأھلكدسجلادسفتدسفاذإوھلكدسجلاحلصتحلصملسمويراخبلا
HADIISA 6ffaa
An abii Abdullahi Nu'uman bini Bashiir امھنعاللهىضر
Rasuula Rabbi ملسوھیلعاللهىلص kan ju'uun dhagayee ja'e
( halaal( seera tahe) ifabahaadha, wanni haraam tahees
( dhowama tahees) ifabahaadha, wanni jidduu saani jiru
kan siti walfakaate haraami mo halaali jette shakite, irra
heduun ilma nama hinbeeku, namni eegate waan isati
walfakaate sanirraa dhugaa qulqulaaweeti jira, dhugaa
namni san qulqulaawe amantii isaatiinille, amalle
naamusa isaatiinille qulqulaawe hin hamatamu. Amoo
namni waan iti walfakaate san keesati argame
mulachuuf ta'a haraam keessati. Aka namticha re,ee
maddii oyiruti tiksuuti kan wanni inni tiiksu oyiruu nama
san keessa seente nyaatu. Dhagaya motonni hundinu
oyiruudha qaban tan daangeefatan. Rabbileen oyiru
daangefate haraan namaratti godhe akka isaan keessa
hinbuune dhoorke qaba, dhagaya qaama ilma namaa
kana kessa foontokootu jira, yoo foon san tole qaama
guutuutu tola, yoo foon san bade amoo qaama guututu
bada, foon san qalbiidhaa ja'e rasulli itti akeeke.
Bukharitu odeesse.
ملسوھیلعاللهىلصيبنلانأھنعاللهيضريرادلاسوأنبمیمتةیقريبأنع،ھلوسرلو،ھباتكلو،(:لاق؟اللهلوسراینمل:انلق)ةحیصنلانیدلا(:لاقملسمهاور.)مھتماعو،نیملسملاةمئلأو
HADIISA 7ffaa
Abi Ruqayata Tamiim ibnu Osiddaariyyi ھنعاللهىضر nuuf
odeesse Nabiyyiin ملسوھیلعاللهىلص diinn jechuun toltuu
yaaduudha ja’e:, yaa rasuula Rabbi eenyuuf toltu yaana
jeneen? Rasuulli nija’e ( Rabbif, kitaaba isaatiif,
ergamaa isaatiif, umata islaama hundaaf amalle matooti
yookaan dura ta’aa islaamaatiif) Muslimtu odeesse.
ىتحسانلالتاقأنأترمأ(:لاقاللهلوسرنأامھنعاللهيضررمعنبانعاذإفةاكزلااوتؤیوةلاصلااومیقیواللهلوسرادمحمنأواللهلاإھلإلانأاودھشیاللهىلعمھباسحوملاسلإاقحبلاإمھلاومأومھءامدينماومصعكلذاولعفملسمويراخبلاهاور)ىلاعت
HADIISA 8ffaa
Ibnu Umar امھنعاللهىضر Ergamaan Rabbii ملسوھیلعاللهىص
umataan lolutiin amaramee ja’e hamma isaan Rabbi
male rabbiin biraa hinjirre haqaan gabaramaan kan
ibaada haqa godhate isa male hinjiruu ragaa bahani
yookaan beekani, Muhammad ergama isaa tahuu,
hamma salaata dhaabani(salaatani ) hamma Zaka
kenatani, yoo waan san dalagan dhiiga isani naraa
tiikfatan, horii isaanitille narraa tiikfatan haqa
islaamaatiin maletti,hisaabni saani yookaan galanni Isaa
rabbii oltahe bira jira. Bukhaari fi Muslimtu odeesse.
لوسرتعمس:لاقھنعىلاعتاللهيضررخصنبنمحرلادبعةریرھيبأنعھنماوتأفھبمكترمأاموهوبنتجافھنعمكتیھنام(:لوقیملسوھیلعاللهىلصالله.)مھئایبنأىلعمھفلاتخاومھلئاسمةرثكمكلبقنمنیذلاكلھأامنإف؛متعطتساامملسمويراخبلاهاور
HADIISA 9ffaa
Abii hureyirata Abdurahman binu Sakhri ھنعاللهىضر
Rasuula Rabbii ملسوھیلعاللهىلص niidhagaye kan ju’uun
dhagayee ja’e ( waaniin ani irraa isindhoorkerraa
dhoorkama, waanuma hunda waaniin ani itti isin ajaje
hojadha hamma dandeetii teessaniiti,. Wanni warra
isindura baleesse gaafi hedomeessu fi Ambiyoota
isaaniti ergame khilaafu yookaan diduudha ja’e).
Bukhaari fi Muslimtu odeesse.
بیطىلاعتاللهنإ(:اللهلوسرلاق:لاقھنعىلاعتاللهيضرةریرھيبأنعاھیأای(:لاقفنیلسرملاھبرمأامبنینمؤملارمأاللهنإوابیطلاإلبقیلااھیأای(:لاقو،]٥١:نونمؤملا[)احلاصاولمعاوتابیطلانماولكلسرلالیطیلجرلاركذمث]١٧٢:ةرقبلا[)مكانقزرامتابیطنماولكاونمآنیذلا،مارحھمعطمو،برایبرای،ءامسلاىلإھیدیدمی،ربغأثعشأرفسلاملسمهاور)ھلباجتسیىنأفمارحلابيذغو،مارحھبرشمو
HADIISA 10ffaa
Abihureyira ھنعاللهىضر nuuf odeesse Rasuulli Rabbi
nija’e je’e ( Rabbiin gaariidha haala isa hunda keessati
,zaata isaa keessati, waan gaari bareeduu male
namarraa hinqeebalu .Rabbiin rabbiin mu’umintoota ni
ajaje waan ergamtoota itti ajaje sanitti nija’e:[ yaa
ergamtoota waan gagariiraa nyaadha toltuu dalaga]
suratul mu’uminuun:51 nija’e [ yaa warra amane waan
gagarii nyaadha waan nuti isini keninerra] suura baqara
176 Ergasi ni odeesse namticha tokko kan amna
dheertu deemu kan mataan isaa faagaa kan miilli isa
dhukee kan harka isaa Kara samii olqabee yaa Rabbi
yaa Rabbi waniniin ani nyaadhu haraami waniniin ani
dhuguus haraami kan ju`uraa odeesse rasuulli
meerabiin akamiti isaaf owaata ja`e.
ھیلعاللهىلصاللهلوسرطبسبلاطيبأنبيلعنبنسحلادمحميبأنعھیلعاللهىلصاللهلوسرنمتظفح:لاقامھنعاللهيضرھتناحیروملسو:يذمرتلالاقويئاسنلاويذمرتلاهاور)كبیریلاامىلإكبیریامعد(:ملسوحیحصنسحثیدح
HADIISA 11ffa
Abi Mohamad al Hasan Ibnu Aliyyi Ibnu Abixalib ىضر
امھنعالله Rasuulli akhaakhoo tahaaf , Rasuula Rabbi
irraahiin hafazee je’e ملسوھیلعاللهىلص Hafaze qabadhe
ja’e: ( waan si shakisiisu dhiisi, waan sinshakisiifneti
gori) Tirmizi fi Nasa’iitu odeesse Tirmiizin hadiisni
bareedaadha ja’e.
نم(:ملسوھیلعاللهىلصاللهلوسرلاق:لاقھنعاللهيضرةریرھيبأنعاذكھهریغويذمرتلاهاور،نسحثیدح)ھینعیلاامھكرتءرملاملاسإنسح
Hadiisa 12ffa
Abu Hureyiraatu odeesse ھنعاللهىضر Ergamaan Rabbi
nija’e je’e ملسوھیلعاللهىلص ( namtichi waan isa hinfayanne
dhiisuun tolinsa islaamummaa isaaraahi ja’e) hadiisni
bareedaadha Tirmiiziitu odeesse kan biraalleen
akasumatti.
اللهىلصاللهلوسرمداخھنعىلاعتاللهيضركلامنبسنأةزمحيبأنعبحیىتحمكدحأنمؤیلا(:لاقملسوھیلعاللهىلصيـبنلانعملسوھیلعملسمويراخبلاهاور)ھسفنلبحیامھیخلأ
Hadiisa 13
Abi Hamza Anas bini Maalik tu nuuf odeesse ھنعاللهىضر
tajaajiltu Ergamaa Rabbiitu ture inni ملسوھیلعاللهىلص
Ergamaan Rabbi ملسوھیلعاللهىلص ni ja’e ( tokoon keessan
hin amanne hamma waan ifiif jaalattu oboleessa keetiin
jaalattu) Bukhari fi Muslimtu odeesse.
لاإملسمئرمامدلحیلا(:اللهلوسرلاق:لاقھنعاللهيضردوعسمنبانع)ةعامجللقرافمـلاھنیدلكراتلاو،سفنلابسفنلاو،ينازلابیثلا:ثلاثىدحإبملسمويراخبلاهاور
Hadiisa 14ffaa
Ibnu Mas’uditu nuuf odeesse ھنعاللهىضر Ergamaan
Rabbi ملسوھیلعاللهىلص nija’e je’e: ( dhiiga nama muslima
tokko dhangalaasuun hingehu waasadihiif male 1,
namticha osoo jaarti qabu zina dalage yookaa namtitii
osoo jaarsa qabdu zinaa goote. 2, nama nama ajeese.
3, nama amanti isa dhiise amalle umata islaama adda
facaasu.) Bukhari fi Muslimtu odeesse.
ناكنم(:لاقملسوھیلعاللهىلصاللهلوسرنأھنعاللهيضرةریرھيبأنعمویلاوابنمؤیناكنمو،تمصیلوأاریخلقیلفرخلآامویلاوابنمؤیهاور)ھفیضمركیلفرخلآامویلاوابنمؤیناكنمو،هراجمركیلفرخلآاملسمويراخبلا
Hadiisa 15ffaa
Abi Hureyiraatu odeesse ھنعاللهىضر Ergamaan Rabbi
ملسوھیلعاللهىلص nije’e ( namni Rabbii fi guyaa akhira kan
galataati amane waan gaari baredu haadubatu yookaa
Haa firaa usu, namni Rabbii fi guyaa qiyaamaati amane
ollaa isaa haa kabaju haagudisu, namni Rabbii fi guyaa
qiyaamaati amane da’iifa yookaa laafa isa haa kabaju
haa gudisu) Bukhari fi Muslimtu odeesse.
:ملسوھیلعاللهىلصيبنلللاقلاجرنأھنعاللهيضرةریرھيبأنعيراخبلاهاور)بضغتلا(:لاق،ارارمددرف)بضغتلا(:لاق،ينصوأ
Hadiisa 16ffaa
Abi Hureyiraatu odeesse ھنعاللهىضر Namticha tokootu
Ergamaa Rabbiitin ملسوھیلعاللهىلص naaf dhaami yookaan
naaf himi je’een : nije’e( hin aarin je’een yookaa
hindalanin) waan aartee godhuu feetu san hin godhin
ja’een, amalle yeroo heduu iti dedeebi’e naafdhaami
ja’een amallee nije’e ( hin dalanin yookaa hin aarin)
Bukhariitu odeesse.
ھیلعاللهىلصاللهلوسرنعھنعىلاعتاللهيضرسوأنبدادشىلعیيبأنعاذإو،ةلتقلااونسحأفمتلتقاذإف.ءيشلكىلعناسحلإابتكاللهنإ(:لاقملسوملسمهاور)ھتحیبذحریلو،ھترفشمكدحأدحیلو،ةحبذلااونسحأفمتحبذ
Hadiisa 17ffaa
Abi ya’ala Shadaad bin oostu odeesse ھنعاللهىضر
Ergamaan Rabbi ملسوھیلعاللهىلص Nije’e: ( Rabbiin toltu
hojachuu kara godheeti jira waan hundaratti, hoguu
ajeeftan tolcha ajeechaa san , hohuu waa qaltan tolchaa
qala ittin guraarina qalma waan qaltani san, tokoon
keessan haaqaratu ablee waa itiin qaluuf deemu san
amalle waan gora’u sanillee hafura yooka hara haa
baafachiisu) Muslimtu odeesse.
امھنعاللهيضرلبجنبذاعمنمحرلادبعيبأوةدانجنببدنجرذيبأنعةئیسلاعبتأو،تنكامثیحاللهقتا(:لاقملسوھیلعاللهىلصاللهلوسرنع.نسحثیدح:لاقويذمرتلاهاور)نسحقلخبسانلاقلاخو،اھحمتةنسحلاحیحصنسح:خسنلاضعبيفو
Hadiisa 18ffaa
Abi Zarri jundub Ibnu Junaadata , fi Abi Abdurahman
Mu’az bini Jabal امھنعاللهىضر nije’e je’e Ergamaan
Rabbi ملسوھیلعاللهىلص ( bakuma feteehu yoo jiraate
Rabbii kee sodaadhu,erga badii hojatte toltuu itti aansi
toltuun hamtuudha hayixi, Amallee haala gaariin namaa
waliin jiraadhu) Tirmiiziitu odeesse hadiisa gari kessati
bareedaadha ja’een hadiisni bareedaadha.
ىلصيبنلافلختنك:لاقامھنعاللهيضرسابعنباللهدبعسابعلايبأنعظفحا،كظفحیاللهظفحا:تاملككملعأينإملاغای(:لاقفامویملسوھیلعاللهةملأانأملعاو،ابنعتسافتنعتسااذإو،اللهلأسافتلأساذإ،كھاجتهدجتالله
نإو،كلاللهھبتكدقءيشبلاإكوعفنیملءيشبكوعفنینأىلعتعمتجاولتعفر،كیلعاللهھبتكدقءيشبلاإكورضیملءيشبكورضینأىلعاوعمتجايفو-حیحصنسحثیدح:لاقويذمرتلاهاور)فحصلاتفجو،ملاقلأاكفرعیءاخرلايفاللهىلإفرعت،كمامأهدجتاللهظفحا(:يذمرتلاریغ-ةیاور،كئطخیلنكیملكباصأامو،كبیصیلنكیملكأطخأامنأملعاو،ةدشلايفهاور)ارسیرسعلاعمنأو،بركلاعمجرفلانأو،ربصلاعمرصنلانأملعاويذمرتلا
Hadiisa 19ffaa
Abi Abaas Abdulahi bin Abaas امنعاللهىضر irra
odeefame nij’e Ergamaa Rabbi ملسوھیلعاللهىلص duubaan
ture jechuun isa duubaan taa’uu ture , ( yaamuca
naanja’e Ergamaan Rabbi ملسوھیلعاللهىص Jecha tokkoon
sibarsiisa: Rabbii kee tikfadhu si tiiksa, Rabbii kee
tikfadhu fuuldura keetitti garta, yoo wagaafate Rabbuma
kee gaafadhu, yoo maganfatte Rabbumati maganfadhu,
beeki umanni hundinu yoo walitti qabaman si fayaduuf
garuu sifayaduu hindandayan waan takalleen yoo
Rabbiin duraan isaantu sifada ja’ee siif baresse male,
amalle yoo si miidhuuf waliti qabaman si miidhuu hin
dandayan yoo Rabbiin isantu simiidha ja’ee siratti
katabe malee,qalamnileen olfuudhame xalayaan
yookaan waraqaan gogoyide ja’een) Tirmizitu odeesse
hadiisni bareedaadha ja’e Tirmizin hadisa Bira kan
Tirmizi kessati ( Rabbii kee tikfadhu waan kheeyiri
ifduratti garta, Rabbii kee biratti beekami yeroo nagayaa
Rabbiin ketilleen yeroo rakatte si beeka , beeki wani
sintuqu ja’e sinxuqu waantakalle, wanni siti bu’a ja’ee
baresse siraan haftu sumatti buuti, beeki tumsi Rabbi
obsaa wajjiini, amaas furmaanni rakkoo wajiini, rakina
boodaan balinaatu jira) Tirmizitu odeesse.
لاق:لاقھنعاللهيضريردبلايراصنلأاورمعنبةبقعدوعسميبأنعاذإىلولأاةوبنلاملاكنمسانلاكردأاممنإ(ملسوھیلعاللهىلصاللهلوسريراخبلاهاور)تئشامعنصافيحتستمل
Hadiisa 20ffaa
Abii Masu’uud Uqbata bin Amrin Alansariyyu albadriyyu
ھنعاللهىضر Irraa odeefame Ergamaan Rabbii ھیلعاللهىلص
ملسو nije’e je’e ( ilmi nama waan dhaqabate nabiyoota
duraaraa yookaan ergaa nabiyoota duraaraa yoo hin
qaanfanne waan feete dalagi waan qaanyiin keessa hin
jirre gaariirraa) ( amalle yoo rabirra hin qaanfanne waan
feete dalagi) Bukhariitu odeesse.
تلق:لاقھنعاللهيضراللهدبعنبنایفسةرمعيبأ،لیقو،ورمعيبأنعتنمآلق(:لاق؟كریغادحأھنعلأسألالاوقملاسلإايفيللقاللهلوسرایملسمهاور)مقتسامثاب
Hadiisa 21ffaa
Abi Amri kan beekamu Abii Amrata Sufyaan bin
Abdillahi ھنعاللهىضر iraa odeefame nija’e; mee naan ji’I
yookaa naaf himi jecha tokko islaamumaara kaniin
simale sibooda nama biraa hingaafanne yaa Ergamaa
Rabbii ملسوھیلعاللهىلص Je’ee gaafate ergamaan rabbii ni
ja’een ( Rabbiti amani ergasi karaa sirii irati dhaabadhu)
Muslimtu odeesse.
يبنلالأسلاجرنأھنعاللهيضريراصنلأااللهدبعنبرباجاللهدبعيبأنع،ناضمرتمصو،تابوتكمـلاتیلصاذإتیأرأ:لاقفملسوھیلعاللهىلص:لاق؟ةنجلالخدأائیشكلذىلعدزأملو،مارحلاتمرحو،للاحلاتللحأوھتلعف:للاحلاتللحأىنعمو،ھتبنـتجا:مارحلاتمرحىنعمو.ملسمهاور)معن(ھلحادقتعم
Hadiisa 22ffaa
Abii Abdillahi Jaabir bin Abdillahi al Nsariyyu اللهىضر
ھنع iraa odeefame: namtichi tokko Ergamaa Rabbii ىلص
ملسوھیلعالله ni gaafate argite yeroo salaata fardi salaate,
baati ramadaana soomane, amalle halaal halaalfadhe,
haraamiis haraameyifadhe, saniratti waan takallee yoon
hin idaane san male Jannata niin seena je’een, ee je’een
ergamaan Rabbii .Muslimtu odeesse. Hiikaan haraam
haraam godhe: haraamiraa fagaadhe jechu, halaal
halaal godhadhee itti hojadhe jechuudha.
اللهلوسرلاق:لاقھنعاللهيضريرعشلأامصاعنبثراحلاكلاميبأنعناحبسو،نازیملالأمتدمحلاو،نامیلإارطشروھطلا(:ملسوھیلعاللهىلص،رونةلاصلاو،ضرلأاوءامسلانیبام-لأمتوأ-نلآمتدمحلاواللهودغیسانلالك،كیلعوأكلةجحنآرقلاو،ءایضربصلاو،ناھربةقدصلاوملسمهاور)اھقبوموأاھقتعمفھسفنعئابف
Hadiisa 23ffaa
Abii Maalik al Haaris bin Aasim al Asha’ariyyi ىضر
ھنعالله iraa odeefame Ergamaan Rabbii ملسوھیلعاللهىص
nije’e je’e ( qulquloominni cinaa Iimaanati, Rabbi faarsuu
miizana guuti,( دمحلاواللهناحبسو ) Rabbiin qulqulaaye fi
Rabbiin galata galchuun waan samii fi dachii iduu jiraati
guuti, Salaani ifaadha, Sadaqaan gaachena ragaadha,
Sabriin ifaa gudaadha, Quraanni siif ragaadha yookaa
siratti ragaadha, hundumaan nama ganamfataadha
lubuu ofi gurguruuf bilisoomsuuf yookaa kan isi halaaku)
Muslimtu odeesse.
ھیوریامیفملسوھیلعاللهىلصيـبنلانعھنعاللهيضريرافغلارذيبأنعھتلعجويسفنىلعملظلاتمرحيـنإيدابعای(:لاقھنألجوزعھبرنع،مكدھأينودھتسافھتیدھنملاإلاضمكلكيدابعای،اوملاظتلافامرحممكنیبراعمكلكيدابعای،مكمعطأينومعطتسافھتمعطأنملاإعئاجمكلكيدابعایانأوراھنلاولیللابنوئطختمكنإيدابعای،مكسكأينوسكتسافھتوسكنملاإيرضاوغلبتنلمكنإيدابعای،مكلرفغأينورفغتسافاعیمجبونذلارفغأمكسنإومكرخآومكلوأنأوليدابعای،ينوعفنتفيعفناوغلبتنلوينورضتفای.ائیشيكلميفكلذدازاممكنمدحاولجربلقىقتأىلعاوناكمكنجودحاولجربلقرجفأىلعاوناكمكنجومكسنإومكرخآومكلوأنأوليدابعمكنجومكسنإومكرخآومكلوأنأوليدابعای،ائیشيكلمنمكلذصقناممكنماممكلذصقنامھتلأسمدحاولكتیطعأفينولأسفدحاودیعصيفاوماقمكلامعأيھامنإيدابعای،رحبلالخدأاذإطیخملاصقنیامكلاإيدنعلافكلذریغدجونمواللهدمحیلفاریخدجونمفاھایإمكیفوأمثمكلاھیصحأملسمهاور)ھسفنلاإنمولی
Hadiisa 24ffaa
Abi Zarri al Khifariyyi ھنعاللهىضر iraa odeefame :
Ergamaan Rabbi ملسوھیلعاللهىلص waan Rabbii isaaraa
odeesse keessati Rabbii jabaa oltahe nija’e ja’e Rasuulli
( yaa gabrootan kiya ani isin miidhuu ifirati haraam
godheetiin jira, akasumati isin jidutillee haraam
godheetiin jira walin miidhina, yaa gabrootan kiya hundi
kessanu jalatoodha namaan ani qaceelche male,
naqaceelcha jechuun umata kiya qaceelcha aniis isiniin
qaceelcha, yaa gabrootan kiya isin hundinu
beelawaadha namaan ani nyaachise quubse male; na
nyaachisa aniis isiniin nyaachisa, yaa gabrootan kiya
isin hundinu daaroodha ( qulaadha) namaan ani ufise
yookaa daara baase malee; na ufisa daara na baasa
aniis isiniin ufisa( daaraan isin baasa), yaa gabrootan
kiya isin hundinu galgalaa fi ganama badii hojatan ani
badii isin hojatan hunda isiniifiin araarama; araarama na
kadhadha isiniifiin araarama, yaa gabrootan kiya yoo na
rakisuu hin dhaqabdani mee yoo dandessan na rakisaa,
amallee nafayaduu hin dhaqabdan mee nafayada, yaa
gabrootan kiya osoo isiniraa warri duraatii fi warri booda
amalle jinni fi insiin keessan yoo tahe akka qalbii
namticha nasodaatu isinirraa anaaf naaf humaa hin
idaatu motummaa tiyatu akasitu na sodaachuun
keessan, yaa gabrootan kiya osoo warri duraati fi warri
booda amalle jinnii fi insiin keessan akka namticha irra
badaa qalbii namticha isiniraa tahee taatani
mootummaa tiyaraa humaa hin irrisu akasiti badaa
tahuun san, yaa gabrootan kiya osoo warri duraati fi
warri booda amalle jinni fi insiin keesan yoo baka takkaa
dhaabatani nakadhatani isin hundaafu waan
nakadhatan kenneefi waan nabira jiruraa humaa hin
irisu akka hoguu lilmeen bahara seente bahararraa
humaa hin irisneti, yaa gabrootan kiya isiin tun hujii
teessani isinii fiin walitti qabee isiniif kaaya isii saniini
galata galfamtani namni toltuu argate Rabbi haa
galatoomfatu namni waan saniin addaa argate akka nan
komanne lubuma isaa malee) Muslimtu odeesse.
ھیلعاللهىلصاللهلوسرباحصأنماسانأنأاضیأھنعاللهيضررذيبأنع،روجلأابروثدلالھأبھذ،اللهلوسرای:ملسوھیلعاللهىلصيـبنللاولاقملسو:لاق،مھـلاومألوضفبنوقدصتیو،موصنامكنوموصیو،يلصنامكنولصیةقدصةریبكتلكو.ةقدصةحیبستلكبنإ؟نوقدصتاممكلاللهلعجدقسیلوأ(نعيھنوةقدصفورعملابرمأوةقدصةلیلھتلكوةقدصةدیمحتلكوھتوھشاندحأيتأیأاللهلوسرای:اولاقةقدصمكدحأعضبيفوةقدصركنماذإكلذكف؟رزوھیلعناكأمارحيفاھعضوولمتیأرأ:لاق؟رجأاھیفھلنوكیوملسمهاور)رجأھلناكللاحلايفاھعضو
Hadiisa 25ffaa
Abi Zarri ھنعاللهىضر iraa odeefame amallee umanni
tokko kan Asaabota Ergamaa Rabbii ملسوھیلعاللهىلص
tahan nija’an Nabiyyi Rabbiitin ملسوھیلعاللهىلص yaa
Ergamaa Rabbi warri qabeenya qabu galata gudaan
deemani jiran, akuma nuti salaanuti kan salaatan,
akuma nuti soomanuti kan soomanan, kan sadaqaa
kennatan qabeenya isaaniif haferraa sadaqatani, ja’nii
gaafatan: Nabiyyiin ni je’e( sa Rabbiin dhugaa waan
sadaqatan isiniif hinkeninee? Dhgaya hundumaan
tasbiiha( اللهناحبس ) sadaqaadha amallee takbiirtaan (
ربكءالله ) sadaqaadha, taamidni ( دمحلاو ) hundinuu sadaqa,
tahliili hundinu ( اللهءھلاءلا ) sadaqa, toltutti nama
ajajuunleen sadaqa, hamtuuraa nama dhoorkuuleen
sadaqa, tokkoon keessan warraa yookaa jaartii fiiti
ida’amuun sadaqa, yaa Ergama Rabbi ملسوھیلعاللهىلص
Fedhinnaa teenyaaf jaartitti dheyina akamiti ajrii nuuf
taha ja’an , ee nitaha, mee naaf odeessa osoo inni foon
saa san haraam keessa kaayee diliin isarra hintahu
je’een isaaniis ee ja’aniin akasuma yeroo inni halaal
kessa kaayu ajiriin yookaa mindaan tahaaf) Muslimtu
odeesse.
لك(:ملسوھیلعاللهىلصاللهلوسرلاق:لاقھنعاللهيضرةریرھيبأنع،ةقدصنینثانیبلدعت:سمشلاھیفعلطتمویلكةقدصھیلعسانلانمىملاسةملكلاو،ةقدصھعاتماھیلعھلعفرتوأاھیلعھللمحتفھتباديفلجرلانیعتونعىذلأاطیمتو،ةقدصةلاصلاىلإاھیشمتةوطخلكبو،ةقدصةبیطلاملسمويراخبلاهاور)ةقدصقیرطلا
Hadiisa 26ffaa
Abi Hureyira ھنعاللهىضر iraa odeefame nija’e:
Ergamaan Rabbi ملسوھیلعاللهىلص Nije’e ( HUMNA wal
qunamti lafee gurgudoo fi xixiqoo ilma namaa hundarra
sadaqaatu jira bahinsa aduutii fi seeninsa aduu keessati,
Walitti araarsuun idduu namlamaa sadaqa, namticha
gargaarte fuute yoo korsiifte yookaa meehaa isaa
olfuutee korsiifteef sadaqaadha
Jechooni gagaariin sadaqaadha, tarkaanfiin tee tan
karaa masgiidaa deemtu Hundi sadaqaadha , waan
nama rakkaa kan akka bishaani fi dhagaa, muka
karaaraa kaasuun sadaqaadha, ) Bukhari fi Muslimtu
odeesse.
:لاق،ملسوھیلعاللهىلصيبنلانع،ھنعاللهيضرناعمسنبساونلانع.)سانلاھیلععلطینأتھركو،كسفنيفكاحام:مثلإاو،قلخلانسحربلا(ىلصاللهلوسرتیتأ:لاقھنعاللهيضردبعمنبةصباونعو.ملسمهاورتفتسا(:لاق،معن:تلق)؟مثلإاوربلانعلأستتئج(:لاقف،ملسوھیلعاللهيفكاحاممثلإاو،بلقلاھیلإنأمطاو،سفنلاھیلإتنأمطاامربلا،كبلقيفهانیور،نسحثیدح)كوتفأوسانلاكاتفأنإو،ردصلايفددرتو،سفنلانسحدانسإبيمرادلاولبنحنبدمحأنیماملإايدنسم
Hadiisa 27ffaa
Nawaas bin sama’aan ھنعاللهىضر Iraa odeefame
Ergamaan Rabbii ملسوھیلعاللهىلص nije’e: ( toltuun
bareedina haalaa fi amalaati, badiin: waan lubuu tee
kessa dedeebite itiin gamaduu didde, amallee waan ati
namni si arkuu jibitu sani, ) Muslimtu odeesse.
Waanisatu bin Ma’aadin ھنعاللهىضر iraa odeefame nija’e
: Ergamaa Rabbiiti ملسوھیلعاللهىلص itiin dhufeetiin Rasuulli
naan je’e( toltuu fi baduu gaafachuuf dhufte) aniis niin
je’een see Ergamaan rabbi ملسوھیلعاللهیلص nije'e (
qalbuma tee gaafadhu gaari ,toltuu jechuun waan
lubuun tee ragaasifate, amalee qalbiin gama waan sank
ragaate hawite, hamtuun yookaan diliin waan qalbii tee
keessa dedeebi'ee niin godha moo hingodhuurati, qoma
keessa waan dedeebi'e, nam I siif haahimulle kuni
diliimiti ja'ani,amalee siif haahimaniilee qalbiin no beeyit)
hadiisni bareeda , odeesine musnada imaama lamaani
kessati Ahmad bin Hambal if Daarami haala bareedaa
taheen.
اللهلوسرانظعو:لاقھنعاللهيضرةیراسنبضابرعلاحیجنيبأنعاھنأكاللهلوسرای:انلقف.نویعلااھنمتفرذوبولقلااھنمتلجوةظعومةعاطلاوعمسلاولجوزعاللهىوقتبمكیصوأ(:لاق،انصوأفعدومةظعوميتنسبمكیلعف؛اریثكافلاتخاىریسفمكنمشعینمھنإف،دبعمكیلعرمأتنإوروملأاتاثدحمومكایإوذجاونلاباھیلعاوضعنییدھملانیدشارلاءافلخلاةنسوحیحصنسحثیدح:لاقويذمرتلاودوادوبأهاور)ةللاضةعدبلكنإف
Hadiisa 28ffaa
Abi Najiih Al Arbaad bani Sariyata ھنعاللهىضر iraa
odeefame Rasuulli Rabbii ملسوھیلعاللهىلص Gorsa tokko
nugorsee je’e gorsa saniin qalbiin teenya rooraate
sodaaraa, iji teenyaleen imimaan qabachuu dadhabde.
Yaa ergamaa Rabbii janeen gorsi kuni aka waan gorsa
dhaamanaa kan maayii fakaati mee nuuf dhaami,
janeen, Rasuulli ni je’e: (sodaa Rabbii jabaa waa hundaa
oltaheraahiin isiniif dhaama amaas aka dhageessani
tole jettan yoo filame gabrichi isinirati , isiniraa namni
umrii dheerate waldhabinsa hedduu arguuf ta’a, ;
sunnaa tiyya qabachuun isinirra haajiraatu amallee
sunnaa yookaa karaa bakka bu’oota kiyaa qaceeloo
kantahan amallee qaceelfamoo kantahan karaa
isaaniillee qabatuun isiniif dhaama ilkeedhaan
ciniinadha irati dida jabeefadha amallee isiniin dhoorka
waan guyaa keessaa haarayoomsani baasaniraa wanni
guyaa keessaa baasan hundinu jallinaa beeka)
Abuudaawuud fi Tirmiiziin hadiisni kuni bareedaadhaa
ja’an.
ينلخدیلمعبينربخأاللهلوسرایتلق:لاقھنعاللهيضرلبجنبذاعمهرسینمىلعریسیلھنإومیظعنعتلأسدقل(:لاقرانلانميندعابیوةنجلا
موصتو،ةاكزلايتؤتو،ةلاصلامیقتو،ائیشھبكرشتلااللهدبعت:ھیلعىلاعتالله،ةنجموصلا:ریخلاباوبأىلعكلدألاأ:لاقمث.تیبلاجحتو،ناضمرلیللافوجيفلجرلاةلاصو،رانلاءامـلائفطیامكةئیطخلائفطتةقدصلاو-١٧:ةدجسلا[)نوملعی(:غلبىتح)عجاضملانعمھبونجىفاجتت(:لاتمث
لوسرایىلب:تلق؟ھمانسةورذوهدومعورملأاسأربكربخألاأ:لاقمث]١٦لاأ:لاقمثداھجلاھمانسةورذوةلاصلاهدومعوملاسلإارملأاسأر:لاق،اللهكیلعفك:لاقوھناسلبذخأف.اللهلوسرایىلب:تلق؟ھلككلذكلامبكربخألھو.ذاعمایكمأكتلكث:لاقف؟ھبملكتنامبنوذخاؤملانإواللهيبنایتلق.اذھ)مھتنسلأدئاصحلاإمھرخانمىلع:لاقوأمھھوجوىلعرانلايفسانلابكیحیحصنسحثیدح:لاقويذمرتلاوهاور
Hadiisa 29ffaa
Mu’aaz binu Jabal ھنعاللهىضر iraa odeefame niin
je’eeni je’e yaa Ergamaa Rabbii ملسوھیلعاللهىلص Mee
dalagaa yoon dalage Jannata itiin seenu tan bittee
ibidda jalaa na baaftu naaf himiin je’een rasulli ni je’e: (
dhugumatti waan gudaa gaafatte isiin tun nilaafatiif
nama Rabbiin Olathe isaratti laafise: Rabbii kee gabari
waan takallee isati hin qindeessin, Salaata dhaabi
salaati, Zakaa kenadhu, Ramadaana soomani, Hajjii
godhi, ergasii Ergamaan Rabbii ملسوھیلعاللهىلص nije’e
mee karaa hulaa toltuu si geesitutti si qaceelchuu;
Soomanni gaachena siif taha, sadaqaan badii siraa
hayixee dhaamsiti akka bishaan ibidda dhaamsutti,
Salaani namtichaa kan halkan leeyili walakaa ,ergasii
aayata kana qara’e (cinaacha isaani bakka ciisaniraa
fageessan) Hamma gehuti ( nibeekan) [ suuraa Sajadaa
aayata 16 -17] ergasi mee siif odeessuu ja’e rasuulli
mataa wahii irraa utubaa wahiirraa fiinxa dalluu
wahiiraa? Ee yaa Ergamaa Rabbii ملسوھیلعاللهىلص naaf
odeessi, naanje’e mataan waamaraa waahundaa
islaamummaadha, utubaaniis salaata, fiinxi dalluutiis
jihaada. Amaas ergasi nije’e: mee siif odeessuu
handhura waaniin dubadhe kana hundaa? Ee yaa
Ergamaa Rabbii ملسوھیلعاللهىلص naaf himiin je’een;
ergamaan Rabbii arraba isaa qabee Mu’aaziin kana
ifirati qabi je’een. Jechuun araba kee eegadhu
jechuudha. Yaa Ergamaa Rabbii sanuti waan arrabaan
dubaneen ni qabamnaa? Ergamaan Rabbii nije’e: haati
tee sihaa dhabdu yaa Mu’aaz( akamitti hinqabamne) sa
ilma namaa ibidda jahanam keessati nigonbisaa fuula
isaaniitiin amaa hoo je’e Ergamaan Rabbi: funyaan
isaaniirati waan arrabni haamte malee hin jirtu)
Tirmiiziitu odeesse, hadiisni bareedaadha shakii
hinqabu je’e.
اللهىلصاللهلوسرنعھنعاللهيضررشاننبموثرجينشخلاةبلعثيبأنعاھودتعتلافادودحدحو،اھوعیضتلافضئارفضرفاللهنإ(:لاقملسوھیلعاوثحبتلافنایسنریغمكلةمحرءایشأنعتكسو،اھوكھتنتلافءایشأمرحو.هریغوينطقرادلاهاورنسحثیدح)اھنع
Hadiisa 30ffaa
Abu Salab al khushniyyi Juruum bin Naashiri اللهىضر
ھنع Ergamaan Rabbii ملسوھیلعاللهىلص Nije’e: ( Rabbiin
dirqama godhe dirqama beekamaa hafinsa hin qabne
hin hadiyoomsina yookaa hin miidhina yookaa
hinlaafisina hin irrisina, wasana godheeti jira wasanasan
hintarkaanfatina bira hindabrina, ammaas waan hedduu
haraam godhee jira waan san keessati hin argamina
keessa hiseenina, waan hedduuraa ni callise isiniif
raamata godhuuf jecha osoo hin iraanfatin yookaan
irraanfii male ( Rabbiin hin iraanfatuu beekaati isiniif irra
dabre) gaafatani hin qoqotina waan sanirraa) jeechiun
waan rabbiin irra dabre isiniif dhiise san hin qoqotina
jechuudha. Hadiisni bareedaadha. Daaraquxniitu
odeesse kan biraalleen.
ىلإلجرءاج:لاقھنعاللهيضريدعاسلالھسنبدعسسابعلايبأنعھتلمعاذإلمعىلعيـنلد:اللهلوسرای:لاقفملسوھیلعاللهىلصيـبنلادنعامیفدھزاو،اللهكبحیایندلايفدھزا(:لاقف؟سانلايـنبحأو،اللهيـنبحأ.ةنسحدیناسأبهریغوةجامنباهاورنسحثیدح)سانلاكبحیسانلا
Hadiisa 31ffaa
Abii Abaas Sa’id bin Sahal Assaa’idii ھنعاللهىضر
Namtichi tokko Ergamaa Rabbiiti dhufee je’e ھیلعاللهىلص
ملسو je’e yaa Ergamaa Rabbii dalagaa takatti na
qaceelchi tan yooniin dalage Rabbiin ittiin najaalatu,
amalle ilminamaaleen ittiin najaalatu? Ergamaan Rabbii
nije’e: (jiruu adunyaa tana keessati dantaa dhabi
Rabbiin sijaalata, amalle dantaa dhabi waan nama biratti
taheraa jechuun waan namaaraa fagaadhu namni
sijaalata) hadiisni gaarii bareedaadha je’e,
Ibnumaajaatu odeesse kan biraalleen sanada
bareedaan.
اللهلوسرنأھنعاللهيضريردخلانانسنبكلامنبدعسدیعسيبأنع،ةجامنباهاورنسحثیدح)رارضلاوررضلا(:لاقملسوھیلعاللهىلصنبورمعنعلاسرمأطومـلايفكلامهاورو،ادنسمامھریغوينطقرادلاويوقیقرطھلو،دیعسابأطقسأفملسوھیلعاللهىلصيبنلانعھیبأنعىیحـی.اضعباھضعب
Hadiisa 32ffaa
Abuu Sa’iid Sa’iid ibnu Maalik bin sinaan khudiriyyi ھنعاللهىضر iraa odeefame Ergamaan Rabbii ھیلعاللهىلص
ملسو nije’e ( akanumatti waan takka malee miidhuun hinjiru eega miidhamtee miidhaa kafalatuun hinjiru) hadiisni bareedaadha Ibnu Maajaatu odeesse, كلامهاورو
ملسوھیلعاللهىلصيبنلانعھیبأنعىیحـینبورمعنعلاسرمأطومـلايف.اضعباھضعبيوقیقرطھلو،دیعسابأطقسأف
ول(:لاقملسوھیلعاللهىلصاللهلوسرنأامھنعاللهيضرسابعنبانعىلعةنیبلانكلو،مھءامدوموقلاومألاجرىعدلامھاوعدبسانلاىطعی
يفھضعبواذكھيقھیبلاهاورنسحثیدح)ركنأنمىلعنیمیلاو،يعدمـلانیحیحصلا
Hadiisa 33ffaaIbnu Abaas امھنعاللهىضر Iraa odeefame Ergamaan
Rabbii ملسوھیلعاللهىلص nije’e: (osoo ilma namaatiif kennewaan himatan san laaftumatti, horii namaa yookaa qabeenya nama himatan dhiirtonni ( qabeenya nama tokko keenya ja’anii himatan) amallee dhiiga saanillee, haatahuu ammoo ragaa dhiheesuu qaba kan waa himate saniratti; kan kaadee dide san kakuutu isarra jira kakachuu qaba) hadiisni gaari bareeda Beehaqiitu odeesse akanatti booddee gaaromanii keessati.
ھیلعاللهىلصاللهلوسرتعمس:لاقھنعاللهيضريردخلادیعسيبأنعملنإف،ھناسلبفعطتسیملنإف،هدیبهریــغیلفاركنممكنمىأرنم(:لوقیملسو.ملسمهاور)نامیلإافعضأكلذوھبلقبفعطتسی
Hadiisa 34ffaaAbii Sa’iid Alkhudriyi Ergamaa Rabbii kan
ju’uun dhagyee je’e ( namni isinirraa waan hamtuu taate takallee arke harka isaatiin haa jijiiruyookaa haa dhoorku, yoo harkaan dhoorkuu hin dandeene Arraba isaatiin haa dhoorku, yoo Arrabaaniis hin dandeenye Qalbii isaatiin haa dhoorku( qalbiidhaan haa jibuu) , qalbiidhaan doorkuun san irra xiqaaiimaanati) Muslimtu odeesse.
Hadiisa 35ffaa
Abii Hureeyira Ergamaan Rabbii nije’e je’e: ( waanyoo yookaa hinaafa waliratti hin
yaadina,amalee walin gowoomsina jechuun bitii fi gurgura keessati walin gowoomsina walin rakisina jechu, amalee walin jibinaa, duuyida waliti gara hingalina, amalee waliratti hin gurguratina gariin keessan garii kesaniratti jechuun waan inni gurguru tanuma akka isaa fiddee gatii iraa gad buufte iratti hin gurgurin, oboleeyan gabroottan Rabbii tahaa male, namni muslima oboleeyani, hin miidhu oboleessa isaa, tumsuu hindhiisu oboleessa isaatiif, kijiba irankaayu oboleessa isaarra hinkijibsiisu, hintufatu oboleessa isaa, sodaan Rabbii kunoo asirra jirti- gara qoma isaa akeeke yeroo sadi- nigehaa namtichaaf oboleessa isaa kan Muslima tufachuun diliiraa, hundumaan muslimaa muslimaratti dhoorkaadha dhiiga isaa, horii isaa fi gurri isaaleen) Muslimtu odeesse.
Hadiisa 36ffaaAbi Hureeyira Ergamaan Rabbii
Nije’ee je’e: ( namni nama mu’umina tokko rakoo furree rakina adunyaa tanaraa, Rabbiileen isa fura rakina guyaa qiyaama saniraa, nama dadhabaadhaaflaafise, Rabbiileen isaaf isaaf laafisa adunyaa fi aakhiraa kessati, nama muslimaatiif dhooksee sattare, Rabbiileen isa saniif nidhooksaaf nisatara adunyaa fi aakhiraa keessati, Rabbiin gargaasa gabricha keessati tahaadha jechuun Rabbiin gabricha ni gargaara, yeroo gabrichi gargaarsa obolessa isaa keessa tahe, jechuun hoguu gabrichi oboleessa isaa gargaare, nama barnoota ilmii barbaaduuf karaa seene, Rabbiin nilaafisa isaaf karaa jannata, hogaa umanni mana Rabbii keessati waliti qabamani kitaaba Rabbii qara’an jidduu saani waliif dhageefachaa isaaniratti buutu malee hintaane ziqiin amalle raamanni isaan hagooyidu malee hintaane amallee maleeyikaan isaaniin marsitu malee hintaane Rabbiin maleeyikota biratti isaan dubatu malee hintaane, nama dalagaan isaa booda aansite nasiibni isa hindadafuuf) muslimtu odeesse.
Hadiisa 37ffaa
Ibni Abaas iraa odeefame Ergamaan
Rabbii waan Inni Rabbii isaaraa odeessu
keesatti nije’e: (Rabbiin toltuu fi hamtuu bareessee
sanbooda adaan baase waan san; namni toltuu takka
hawwee hin hindalagin Rabbiin isaaf ni barreessa toltuu
taka guutu, yoo hawwee dalage Rabbiin isaaf ni
barreessa nikatabaaf toltuu kudhan irraa hamma
kumtorbaa dabalaaf hamma hedomeessee
dadabaluufiti, yoo dili yookaa badii dalaguuf hawwee
osoo hin dalagin dhiise Rabbiin ni katabaaf gaarii takka
guutu, yoo hawwee dalage ammoo baduma yookaa
diluma taka katabaaf) Bukhari fi Muslimtu odeesse
sahiiha isaani keessati waa’ee kana
Hadiisa 38ffaa
Abi Hureeyira ھنعاللهىضر iraa nuuf odeefame
Ergamaan Rabbii ملسوھیلعاللهىلص Nije’ee je’e: ( Rabbiin
oltahe nije’e: namni jaalallee kiya dararee xilaata
godhate anileen dhugumatti isa san beeyisiseetiin jira
isaa wajiin wal loluuf qophaahe,. Dalagaan takalleen hin
taane tan gabrichi kiya dalagu tan haalaan nabirati
jaalatamtuu taate waaniin dirqama isarrati godhe male.
Gabrichi kiya kan deemu waa hintaane Sunnaadhaan
nati dhihaatu male hamaan ani isa jaaladhu,. Hoguun
jaaladhe hoo Guraan tahaaf kan itiin dhagayu waan
isaaf tolu, Ijaan tahaaf tan itiin argu waan toltu, Harkaan
tahaaf kan itiin qabatu waan kheeyiri, Miilaan tahaaf kan
inni itiin deemu bakka keyiriin jirtu, yoo nakadhate niin
kenaaf, yoo nati maganfatees magantaan iraa
dhaabadha yookaa iraahiin dhoorka) Bukhariitu
odeesse.
اللهنإ(:لاقملسوھیلعاللهىلصاللهلوسرنأامھنعاللهيضرسابعنبانعنباهاورنسحثیدح)ھیلعاوھركتساامونایسنلاوأطخلايتمأنعيلزواجتامھریغويقھیبلاوھجام
Hadiisa 39ffaa
Ibni Abaas امھنعاللهىضر iraa odeefame Ergamaan
Rabbii ملسوھیلعاللهىلص nije’ee je’e: ( Rabbiin umata kiyaaf
ni dhiisa waan osoo beekanii hin dalagin tan iraan fatani
dalagan amalle waan itti dirqisiisanii dirqamaan
daleeyisisan) hadiisni bareeda Ibnumaaja fi Behaqi fi
kanbiraatu odeesse.
ملسوھیلعاللهىلصاللهلوسرذخأ:لاقامھنعاللهيضررمعنبانعيضررمعنباناكو)لیبسرباعوأبیرغكنأكایندلايفنك(:لاقفيـبكنمـب
.ءاسمـلارظتنتلافتحبصأاذإو،حابصلارظتنتلافتیسمأاذإ:لوقیامھنعالله.يراخبلاهاور.كتومـلكتایحنمو،كضرملكتحصنمذخو
Hadiisa 40ffaa
Ibnu Umar امھنعاللهىضر iraa nuuf odeesse Ergamaan
Rabbii ملسوھیلعاللهىلص ceekuu tiya gubaa naqabee je’e: (
adunyaa tana keessati akka nama imaltaawa humaa hin
beeyine kan biya takarra dabaruu kan achinturre tahi)
Ibnu Umar امھنعاللهىضر kan ju’u tahe yoo halkan keessa
jiraate ganama hin eegatin, yoo bariisifate ganama
keessa jiraate niinhalkan hin eegin, fayaa teetiraa
qabadhu yeroo fayaa qabdu dalagadhu osoo nagaya
qabduu dhukuba keetiif osoo hindhukubsane
dalagadhu, jireenya keetiraa qabadhu du’a teetiif
jechuun osoo lubuun jirtu dalagadhu osoo hin duune.
Bukhaariitu galmeesse.
لوسرلاق:لاقامھنعاللهيضرصاعلانبورمعنباللهدبعدمحميبأنع)ھبتئجاملاعبتهاوھنوكیىتحمكدحأنمؤیلا(:ملسوھیلعاللهىلصالله.حیحصدانسإبةجحلاباتكيفهانیورحیحصنسحثیدح
Hadiisa 41ffaa
Abii Muhammad Abdillahi bin Umar Bin Aaas اللهىضر
امھنع Ergamaan Rabbii nije’e je’e: ( tokoon keessan hin
amanne yookaa tokoon keessan hindhugoomsine
hamma fedhinaan isaa jala deemtutti waaniin ani itiin
dhufe san) hadiisni gaarii bareedaadha. Kitaaba ragaa
kessati haala bareedaa taheen bareessine.
:ىلاعتاللهلاق:لوقیاللهلوسرتعمس:لاقھنعاللهيضركلامنبسنأنعای،يلابألاوكنمناكامىلعكلترفغينتوجروينتوعدامكنإمدآنباای(ولمدآنباای،كلترفغينترفغتسامثءامسلانانعكبونذتغلبولمدآنبا
)ةرفغماھبارقبكتیتلأائیشيبكرشتلاينتیقلمثایاطخضرلأابارقبينتیتأحیحصنسحثیدح:لاقويذمرتلاهاور
Hadiisa 42ffaa
Anas bin Maalik ھنعاللهىضر iraa odeefame Ergamaa
Rabbii ملسوھیلعاللهىلص Kan ju’uun dhagayee je’e: (yaa
ilma Aadam yeroo ati na kajeeltu hunda araarama narra
kajeelte hunda siifiin araama waan siraa tahe waan
siratti argame ani dantaa hin godhu haajaa irraa hin
qabu, yaa ilma Aadam osoo badiin tee hamma samii
geesse ergasii araarama nakadhate siifiin araarama,
yaa ilma Aadam osoo nati dhufte badii dachii guutuun
ergasi naqunamte osoo waan takallee natin qindeessin
aniis araarama akasiitiiniin si quama) Tirmiiziitu
barreesse hadiis bareedaadha je’e.